Open Source NeTags: Neetworkiin Bizinesii Dijitaalaa Jijjiiruu.

Teeknooloojiin kalaqaa keenyaan fayyadamtoonni Odeffannoo waa’ee daldalaa isaanii kaardii NFC dandeessisuun haala walxaxaa ta'een akka walitti makuu kan taasisu yoo ta'u, sana booda bilbila NFCn hojjetutti tuquudhaan qofa qoodamuu danda'a. Kunis addunyaa dijitaalaa dabalaa dhufe keessatti odeeffannoo saffisaa fi dadhabbii malee waljijjiiruu mirkaneessa.

12/31/20243 min read

Open Source NeTags: Neetworkiin Bizinesii Dijitaalaa Jijjiiruu.

NeTags Open Source tiin Daldala Maxxansaa Keessan sadarkaa itti aannuti geessaa: Daldaala Kaardii bizinasii Dijitaalaa brandii Keessaniin Uumuun gurguuraa!

Tooftaa Bizinasii haaraadhaan walbaraa!

Akka daldalaa maxxansaa ykn abbaa qabeenyaa tokkootti,Kardii Digiltalaa maataa keetii maxansiitee gurguruuf carraa baldhaa fi bannaa qabda. NeTags Open Source maqaa keetiin kaardii daldalaa dijitaalaa maqaa guutuu qabu uumuu, bulchuu fi gurguruu si dandeessisa. Waltajjiin kalaqaa kun teeknooloojii NFC, qoodinsa koodii QR, fi meeshaalee dhuunfachiisaa ciccimoo walitti makuun dhaloota itti aanu furmaata networking maamiltoota keessaniif akka dhiheessitan isin gargaara

Waa'ee MO Business PLC

MO Business PLC uumaa fi dhiyeessaa NeTags, kaardii daldalaa fi appii dijitaalaa sadarkaa olaanaa qabu kan akkaataa daldaltoonni fi namoonni dhuunfaa odeeffannoo ogummaa isaanii itti qooduu dandeesisuf qophaa’eedha. Teeknooloojiin kalaqaa keenyaan fayyadamtoonni Odeffannoo waa’ee daldalaa isaanii kaardii NFC dandeessisuun haala walxaxaa ta'een akka walitti makuu kan taasisu yoo ta'u, sana booda bilbila NFCn hojjetutti tuquudhaan qofa qoodamuu danda'a. Kunis addunyaa dijitaalaa dabalaa dhufe keessatti odeeffannoo saffisaa fi dadhabbii malee waljijjiiruu mirkaneessa.

Amaloota (Features) Ijoo NeTags

Kaardii Bizinesii Dijiitaalaa: Fayyadamtoonni kaardii daldalaa isaanii eenyummaa maqaa isaaniitiin haala barbaadamuun jijjiiruu, ibsa isaanii kaardii NFC irratti barreessuu fi battalumatti qooduu danda’u.

Koodii QR fi liinkiidhaan Kallattiin Qoodamuu: NFC malees, fayyadamtoonni odeeffannoo isaanii koodii QR ykn liinkiidhaan kallattii fayyadamuun qooddachuu danda’u, kunis waltajjiiwwan social media fi meeshaalee adda addaa irratti dhaqqabummaa mirkaneessa.

Analysis Appichi xiinxala dursaa hordofuu fi bu’a qabeessummaa kaardii bizinasii kessan hangam akka oddeffanoo namootaaf qoodee beekuuf gargaara.

Kastamayzeeshinii Daangaa Hin Qabne: fayyadamtoobi kaardii ne tags fuula saayitii isaanii akka brandii isaanii fackkaatuu goochuun waan nama haawatuufi bu’aa qabu ummuf isaan gargaara.

Softiweeriin kun guutummaatti namoota michuu ne tags ta’aniin kan bulfamuu danda’u yoo ta’u, michoonni eenyummaa daldalaa mataa isaanii jalatti maqaa isaanii akka deebisanii fi akka barbaadanitti akka jijjiiran kan taasisudha.

Maaltu open source kana adda taasiisa?

Furmaanni open source keenya dhaabbileen daldalaa akka:

Kaardii wixineesuu : Kaardii daldalaa dijitaalaa salphaatti uumuu fi dizaayinii gochuu.

Kaardii hooganuu: Kaardii sirna keessa jiran hunda qindeessuu, haaromsuu fi to’achuu.

Fayyadamtoota kardii keessan beekuufi: To'annoo qaqqabummaa fi sochii fayyadamaa eeguu.

Hojiiwwan Babal'isuu: Meeshaalee fi amaloota dabalataa fayyadamuun hojiiwwan fooyyessuu.

Akkaataa NeTags waliin michuu ta’uu dandeesisu?

MO Business PLC michootaaf deeggarsa bal’aa kan kennu yoo ta’u, kunis:

NeTags Rebrand: Michoonni eenyummaa maqaa mataa isaanii fayyadamuun kaardii daldalaa dijitaalaa NeTags daangaa tokko malee gurguruu danda’u. Softiweericha guutummaatti argachuun kan kennamu yoo ta’u, kunis bulchiinsa michuu jalatti to’annoo guutuu mirkaneessa.

Meeshaalee Guutummaatti Argachuu: Dhaabbileen daldalaa meeshaalee sooftiweerii sirna kaardii dijitaalaa gahumsaan hojjechuu, haala barbaadamuun jijjiiruu fi bulchuuf barbaachisan hunda argachuu danda’u.


Furmaata Dhimmaa Hatattamaa: Dhimmoonni sooftiweerii wajjin walqabatan kamiyyuu maamiltoota michuu ta’an mudatan garee teeknikaa MO Business PLC’n hatattamaan furmaata argata

Leenjii Bal’aa: Michoonni leenjii guutuu sooftiweerii fayyadamuu, hojii Softeware bulchuu, dogoggora furuu, fi foormulaa dhaabbata abbaa qabeenyaa qabu argachuu irratti leenjii argatu.

NeTags waliin Maaltu Haaraa?

Michooni open source erga argattanii kaardii dijitalaa brandii isaannittin gurguru eggallan booda , maammiltooni isaanii app ne tags bilisaan fayaddamuu ni danda,an.

Nageenya Daataa fi Iccitii

Iccitii fayyadamaa dursa kennina, daataa hunda daangaa tokko malee eegumsa akka argatu ni mirkaneessina. Walta’iinsa irratti yeroon daangaa hin kaa’amu, kunis walta’iinsaa fi amantaa yeroo dheeraaf wabii ta’a.

Gatii Daddabbii

Moodeelli gatii keenyaa fedhii daldalaa tokkoon tokkoo isaanii wajjin walsimsiisa. Dhaabbani tokko yoo humna baay’ee barbaade discount kennamu guddaa ta’a. Kunis daldala guddina hundaaf gatii madaalawaa fi guddinaa mirkaneessa.

Waa'ee Appii Ne tags

Waltajjii irrati Argamuu: NeTags Google Play fi iOS irratti kan argamu yoo ta'u, fayyadamtoota hundaaf dhaqqabummaa mirkaneessa.

Tarreefama Daldalaa: Fayyadamtoonni daldala isaanii akka barbaachisummaa isaatti tarreessuun kan danda’amu yoo ta’u, kunis namoonni biroo akka salphaatti akka isaan argachuu fi waliin wal qunnaman taasisa.


Maqaa fi Hooggantoota: Michoonni kaardii dijitaalaa maqaa mataa isaaniittin uumuu, maamiltoota hawwachuu fi lead maddisiisuu danda’u.

Maaliif NeTags Waliin Michuu ta’uu qabdu?

NeTags oomisha addaatt; furmaata bal’aa networking daldalaa ammayyaati. Nu waliin tumsa gochuudhaan, daldaltoonni:

Teeknooloojii Ol’aanaa Fayyadamaa: Maamiltoota isaaniif furmaata kaardii dijitaalaa ammayyaa kennuu.

Dhiyeessii Isaanii Babal’isuu: Oomisha addaa fi fedhii guddaa qabuun portfolio isaanii adda addaa gochuu.

Deeggarsa Itti Fufiinsa Qabu Argachuu: Ogummaa keenyaa fi garee deeggarsa of kenne irraa fayyadamaa.

Dorgommii Argachuu: Meeshaalee kalaqaa fi haala barbaadamuun hojjetamaniin gabaa keessatti adda akka ta’an taasiisa.

Argama Addunyaa fi Hayyama

NeTags Awustiraaliyaa keessatti kan hundeeffame yoo ta'u, Kanaadaa fi Itoophiyaatti hayyama argateera. Dhaqqabummaan keenya idil-addunyaa amanamummaa fi bu’uura cimaa addunyaaf mirkaneessa.

Technolojii ofdurraati makamaa

Softiweeriin madda banaa NeTags daldaltoonni networking ogummaa irra deebi’anii ibsuuf carraa addaa ni kenna. Amaloota isaa kan haala barbaadamuun jijjiiramuu danda'u, deeggarsa cimaa, fi kalaqa fi tools, NeTags waliin walitti hidhamiinsa uumuun gabaa dijitaalaa har’aa keessatti faayidaa keessan mirkaneessa. Carraa qaama imala jijjiirama kanaa ta’aa. —NeTags waliin haa guddannu.